







Yeoo walgayii garee nageenya keessanii fi kan biroof ofeeggadhaa!
Mallattoo dhukkuba vayirasii koronnaa osoo hin agarsiisin ykn dhukkubbiin osoo isinitti hin dhaga’amin qaama keessa turuu waandanda’uuf namni hundumtuu qajeelfama hordofuun ofeeggannoo gochuun barbaachisaadha



Harka Qulqulleeffadhaa
Walgayii dura, yeroo walgayii fi walgayii booddee harka keessan saamunaan dhiqahaa ykn alkooliin qulqulleessuu keessan mirkaneeffadhaa.



Garaa garumaa tarkaanfii 2 eegaa
Harka wal hinfuudhinaa, walhammachuu fi waldungachuurraa fagaadhaa.Tarkaanfii lama walirraa fagaachuudhaan nageenya keessan eegaa.


Qalamaa, galmee fi qarshii yeroo tuqxan golga harkaa fayyadamaa
Callaan/Saantiim, qarshiin fi galmeen dhukkubicha daddabarsuu danda’u.Yeroo tuqxan golga harkaa fayyadamaa.